Sababni namoonni, “Ani amantaa qaba, garuu dubbii Waaqayyoo hojiitti hiikuu hin danda’u” jedhan, amantaa guutuu waan hin qabneef. Dubbiin Yesuus bara Ilmaa dubbate fi dubbiin Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haadha bara Hafuura Qulqulluu dubbatan jecha jireenyaa lubbuu keenya fayyisuu ta’uu isaa yoo guutummaatti amanne, hojiin keenya uumamaan nu hordofa, eebba samii argachuu ni dandeenya.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy