Waggaa kuma lama dura, Yesuus fayyina keenyaa fi gara mootummaa samii seenuu keenyaa, waa’ee Haadha Samii dhugaa ba’uuf cidha fuudha irratti affeeramuu wajjin wal fakkeessee ture, isheen bara dhumaa Hafuura Qulqulluu keessatti Waaqayyo Abbaa wajjin mul’attee bishaan jireenyaa dhala namaaf kennitu.
Yeroo jalqabaaf dhufaatii Yesuus yeroon Misirroon itti mul’attu ammallee waan hin geenyeef, fakkeenya Yesuus keessatti Misirricha fi keessummoota qofatu caqafame, garuu Kitaabni Qulqulluun Misirroon akka Niitii Hoolichaa ti, jechuunis Haadha Samii, Yerusaalem Samii, guyyoota dhumaatti akka mul’attu raajii dubbata.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy