Hafuurri fi Misirroon bara kana keessatti bishaan jireenyaa akka kennan Macaafa Qulqulluun raajii dubbata (Mul 22:17).
Hafuurri Waaqayyo Abbaati.
Duuba, Misirroon Hafuurriin waliin mul’attee bishaan jireenyaa nuuf kennitu eenyu?
“Kottu, misirrittii niitii Hoolichaa sitti nan argisiisaatii” . . .
utuu Yerusaalem Magaalaa Qulqullittiin samii keessaa Waaqa biraa gad buutuu natti argisiise. (Mul 21:9–10)
Yerusaalem isheen samii irraa garuu birmaduu dha; isheenis haadha keenya. (Gal 4:26)
Kana jechuun Misirroon Hafuurri Waaqayyo Haadha waan taateef, eebba bishaan jireenyaa argachuu kan dandeenyu Waaqayyo Abbaa fi Waaqayyo Haadha Hafuurri fi Misirroon ta’an yeroo fudhannuudha.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy