Waaqayyo, “Kottaa akka bifa keenyaatti nama uumnaa” jedhee dhiiraa fi dubartii uume. Waaqayyo Macaafa Qulqulluu keessatti maqaa dacha Elohim (Waaqayyolii) jedhu akka fayyadame yommuu arginu, Waaqni lama akka jiran hubachuu dandeenya: Waaqayyo Abbaa fi Waaqayyo Haadha.
Har’a warri jechoota Macaafa Qulqulluu “Hafuurri fi Misirrittiin bishaan jireenyaa nuuf kennu” jedhan hubatan gara Waldaa Waaqayyoo isa Waaqayyo Abbaa fi Waaqayyo Haadhatti amantutti dhufu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy