Namoota Waaqayyoon waaqeffatanii fi Xiyoon, iddoo Waaqayyo filate keessa jiraatan ilaalchisee, Ergamaan Yohaannis mootummaa samii keessatti bara baraan akka bulchan raajii dubbateera, Ergamaan Pheexiroos akkasumas sabni Waaqayyoo filataman luboota mootii akka ta’an raajii dubbateera.
Akka jecha kanaatti miseensonni Waldaa Waaqayyoo akka Macaafa Qulqulluutti lubootaa mootii Waaqayyo filate ta’anii jireenya qulqulluu fi waaqummaa jiraachuuf carraaqu.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy