Yoo Waaqayyo tokko qofaa jiraate, Waaqayyo yeroo hundumaa bifa tokkichaan waamamuu qaba. Haa ta’u malee, Macaafa Qulqulluu keessatti Waaqayyo bifa dachaan “Nuti” jedhamee waamameera.
Har’as jechi “Nuti” jedhu kun hayyoota Macaafa Qulqulluu biratti iccitii ta’ee hafeera, garuu Kiristoos Ahnsahnghong hiika dhokataa isa duuba jiru ifa godheera.
Dhiiraa fi dubartii bifa isaatiin uumee, bara Hafuura Qulqulluutti jireenya bara baraa kan kennu, Waaqayyo Abbaa fi Waaqayyo Haadha.
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy