Carraan namni tokko lubbuun dhalachuu, qaama pirootiinii irratti hundaa'e kana keessatti, badhaasa lootarii jalqabaa yeroo afurtama walitti aansuun mo'achu caalaa xiqqoodha.
Guutummaa Kitaaba Qulqulluu keessatti dubbiin Waaqayyoo sirritti baay'ee kan galmaa'ee yoo ta'u, jireenya bara baraa argachuu yoo barbaadne jechoota isaa irratti akka fedhii keenyaatti dabaluu ykn hir'isuu akka hin qabne cimsee kan ibsudha.
Ergamoonni Phaawulosii fi Yohaannis “Dhugumatti Waaqayyo Haadha qabna” jedhanii, Waaqayyo Haati, inni Hewaan hafuuraa taate, dhala namaatiif jireenya bara baraa akka kennu nu ibsu.
Nama dubbii raajii kitaaba kanaa dhagaʼu hunda nan akeekkachiisa: Yoo namni kam iyyuu dubbii kanatti waan tokko illee dabale, Waaqni dhaʼichawwan kitaaba kana keessatti ibsaman isatti dabala.
Namni kam iyyuu yoo dubbii kitaaba raajii kana keessaa waan tokko illee hirʼise, Waaqni muka jireenyaatii fi magaalattii qulqulluu kitaaba kana keessatti ibsaman keessaa qooda isaa hirʼisa.
Mul’ata 22:18–19
Waaqnis, “Kottaa akka bifa keenyaatti, akka fakkeenya keenyaattis nama uumnaa; . . .”
Kanaafuu Waaqni akka bifa isaatti nama uume; akka bifa Waaqaatti isa uume; innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume.
Uumama 1:26–27
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy