Waaqayyo ilmaan namaa, samii irratti cubbuu hojjetanii gara Lafaatti ari’aman, magaalaa baqannaa, dhiifama cubbuu argachuu fi abboommii isaatiin gara mootummaa samiitti akka deebi’an carraa kenneera.
Gama biraatiin firdiin Waaqayyoo warra kakuu cabsanii tuffatan irratti ni dhufa.
Ilmi namaa sababa cubbuu isaaniitiin du’uuf murtaa’e jireenya bara baraa argachuu kan danda’u ayyaana Waaqayyoo qofaan.
Waaqayyo bara Abbaa, bara Ilmaa, bara Hafuura Qulqulluutti karaa jireenya dhala namaa yeroo barsiisu, warri gara Tsiyoon dhufanii Faasikaa jireenyaa kabajan, dubbii isaatti amanuun ni fayyu, garuu warri dubbii Isaa hin amanne fi hin eegne dhumarratti ni adabama.
Mindaan cubbuu duʼaatii; kennaan Waaqaa garuu karaa Gooftaa keenya Kiristoos Yesuusiin jireenya bara baraa ti.
Roomaa 6:23
Kun obsa qulqulloota ajaja Waaqaa eeganiitii fi Yesuusiif amanamanii jiraatanii gaafata.
Mul'ata 14:12
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy