“Waaqayyotti amanuu” jechuun jechoota Inni kennu ajajamuu fi hojiitti hiikuu jechuudha.
Akkuma haati manaa Loox utubaa soogiddaatti jijjiiramtee, Israa’eloonnis garboota diinota isaanii ta’an, warri dubbii Waaqayyoo hin dhaggeeffanne har’as balaa wal fakkaatu ni mudata.
Miseensonni Waldaa Waaqayyoo barnoonni Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati kennan karaa fayyina bara baraa samii qofa akka ta’e amanu, gammachuudhaan labsii isaa fi jechoota isaa hundumaa hordofu, hawwii guddaan eeggatu, “Waaqayyo jechoota eebba akkamii kenna har’a nurratti?”
Waaqayyo Furiin kee, Qulqullichi Israaʼel akkana jedha: “Ani Waaqayyo Waaqa kee, kan waan siif tolu si barsiisu, kan karaa ati deemuu qabdu irra si qajeelchuu dha.
Ati utuu ajaja koo qalbeeffattee jiraattee, nagaan kee akka lagaa, qajeelummaan kee immoo akka dhaʼaa galaanaa taʼa ture.
Isaayyaas 48:17–18
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy