Gochi keenya sirrii ykn dogoggora ta’uu isaa beekuuf gara Waaqayyoo isa ifa dhugaa ta’etti dhufuu qabna. Har’a addunyaa dukkanaa keessatti, namoonni fedha Waaqayyoo adda baasuu hin dandeenye, Kiristoos Ahnsahnghong fi Waaqayyo Haati ifa dhugaa jireenyaa karaa Sanbataa fi Faasikaa mul’isaniiru.
Waaqayyo ifa ta’ee gara lafa kana dhufe, hafuura dukkanaa biyya lafaa mo’ee, waa’ee wantoota samii nu barsiisuu fi abdii lafaaf fiduu, ifa ibsee. Haaluma wal fakkaatuun ijoolleen Waaqayyoos ifa wangeelaa biyya lafaatti ibsuu qabu akka namni hundi Waaqayyoon beekaniif.
Waaqni addunyaa kanaa akka namoonni hin amanin ifa wangeela ulfina Kiristoos isa fakkaattii Waaqaa taʼe sanaa arguu hin dandeenyeef qalbii isaanii jaamseera. . . . Waaqni, “Dukkana keessaa ifni haa ifu” jedhe sun akka fuula Kiristoos irraa ifa beekumsa ulfina Waaqaa nuu kennuuf ifa isaa garaa keenya keessatti ibseeraatii. 2 Qorontos 4:4–6
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy