Akkuma Waaqayyo Israa’eloonni waggoota 40 gammoojjii keessa jiraatan booda dhuma irratti eebbisuuf kaayyoo guddaa qaba ture, har’as Waaqayyo daandii amantii keenya irratti rakkinaa fi gufuu kaa’uu danda’a, garuu kaayyoon isaa inni dhumaa lubbuu keenya fiixaan baasuu fi eebba Mootummaa Samii nuuf kennuudha.
Lafti mana hidhaa hafuuraa ergamoonni Samii cubbuu cimaa hojjetan itti gatamanii jiraatanidha. Kanaafidha lafa kana irratti yeroon dhukkubbii fi gidiraan kan nagaa fi gammachuu caalaa yeroo baay’ee kan mul’atu. Cubbuu dhala namaa kana haquuf Waaqayyo fannoo irratti dhiiga isaa dhangalaasee karaa Faasiikaa Kakuu Haaraa, karaa dhiifama cubbuutiin gara Mootummaa Samiitti akka deebinu nuuf bane.
Akka dhuma irratti sitti toluuf jedhee gad si qabuu fi si qoruudhaaf, waan takkumaa abbootiin kee hin beekin gammoojjii keessatti “mannaa” ati nyaattu siif kenne. Keessa Deebii 8:16
Ilmi Namaa isa bade barbaaduu fi fayyisuudhaaf dhufeetii.” Luqaas 19:10
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy