Warri gama Waaqayyoo dhaabbatan abboommii isaa, Guyyaa Sanbataa yaadatanii qulqullaa’anii eegu. Faallaa kanaatiin, warri gama Seexanaa ta’an, Guyyaa Sanbataa kan fedha Waaqayyoo ta’e mormu. Dhumarratti addunyaa guutuu gowwoomsanii gara badiisaatti akka geessan Macaafni Qulqulluun in galmeessa.
Sabni Waaqayyoo warri gama Waaqayyoo dhaabbatan yeroo hundumaa abboommii isaa in eegu. Ergamaan Yohaannis namoota Hoolicha bakka inni deemu hundatti duukaa bu’an “qulqulloota” jedhee ibseera. Abboommii Waaqayyoo hanga dhumaatti eeguudhaan obsa isaanii kan argisiisan isaan ta’uu dubbateera.
Kun obsa qulqulloota ajaja Waaqaa eeganiitii fi Yesuusiif amanamanii jiraatanii gaafata. Mulʼata 14:12
Guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan yaadadhu. Baʼuu 20:8
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy