Bara kana keessatti Kiristoos Ahnsahnghong akkuma raajii dubbatame gara lafa kana dhufee Waldaa Waaqayyoo hundeessee, “Ani Haadha nan hordofa” jedhee Haadha Samii Yerusaalem beeksise. Akkuma raajii dubbatame, ulfinni Haadha Samii Yerusaalem addunyaa dukkanaa kana keessatti ifa abdii ta’eera.
Miseensonni, kun wangeela Waaqayyoon geggeeffamu ta’uu isaa amananii ifa Yerusaalem yeroo ibsan, namoonni afaanii fi aadaa adda addaa qaban addunyaa mara irraa gara Tsiyoonitti deebi’uuf ariifachaa jiru. Ijoollee isaa warra raajii amananii fi ulfina Haadha Samii Yerusaalem ibsaniif, Waaqayyo abdii isaa ni raawwata: “Isaan bara baraan in qabaatu—eeyyee, bara baraan.”
Kunoo, dukkanni lafa, dukkanni hamaan immoo uummattoota haguuga; WAAQAYYO garuu siif kaʼeera; ulfinni isaas sirraa mulʼata. Saboonni gara ifa keetii, mootonni immoo gara ifa kee 2 isa bariitti ni dhufu. Isaayyaas 60:2–3
Garuu qulqulloonni Waaqa Waan Hundaa Olii mootummaa sana ni fudhatu; bara baraanis ni fudhatu; eeyyee, bara baraa hamma bara baraatti ni dhaalu.’ Daaniʼel 7:18
119 Bundang P.O.Box, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of KOREA
Tel 031-738-5999 Fax 031-738-5998
Head Office: 50, Sunae-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
Main Church: 35, Pangyoyeok-ro, Bundang-gu, Seongnam-si, Gyeonggi-do, Rep. of Korea
ⓒ World Mission Society Church of God. All rights reserved. Privacy Policy